current location : Lyricf.com
/
Songs
/
Addisu Waayimaa lyrics
Addisu Waayimaa lyrics
turnover time:2024-05-01 16:02:38
Addisu Waayimaa lyrics

Si argachuun koo yaa goftaa,

Waan hunduumarra na caalaa.

Si keessettan jireenya arge,

Siin eenyuuttan sin madaalaa [x2]

Gaarrumaan kan kee na quubsaa,

Ormattin goruu danda'e

Akkamiittan si daagadha,

Sitoo aaddanaan na ga'e.

Na mi'eefachifteem jireenyas si nashaakalsiise,

Anis si jaalladhen garaakoo sirrattan gadhisee

Hammas hammas dhimmen si yaadaa,

Si malee oolee hin bulu

Gagaaraa ko baraa rakkinaa

Fuula kee hin wallaalu [x2]

Si argachuun koo yaa goftaa,

Waan hunduumarra na caalaa.

Si keessettan jireenya arge,

Siin eenyuuttan sin madaalaa [x2]

Gaarrumaan kan kee na quubsaa,

Ormattin goruu danda'e

Akkamiittan si daagadha,

Sitoo aaddanaan na ga'e.

Deddeebitee na haasofsiifta malan kessa jiiru

Gaddaf dhiphina koo irmaatta isan jirmu guuruu

Offii kottee oodee yommutti yaadnii koo na jeequu

Argeera si malee jireenyi dhiibamee achin siquu [x2]

Essaa-a-a a-a-aas akkan dhufee

Essaa-a-a a-a-aas akkan jiiru,

Anaaf situu beekaa [x2]

Akka harraa mittim goftaa koo,

Nan beekam iddoo atti na kaaftee

Maal dhabdee mal si fixadhaa

Kennaa gatii jabessa hin qabu

Hamman beeku siif hojedha

Kan kee kan hin goolabu [x2]

Olmaan kee kun garaa na ciibsaa,

Ani firooma keen caalsisaa

Nan marmarraa maana keetti

Kan kee hundumtuu kan kootti [x2]

Maal hamma, maal hamma,

Maal hammani, jaalaalikee

Maal hamma, maal hamma,

Maal hammani anaaf, jaalaalikee

Maal hamma, maal hamma,

Maal hammani, jaalaalikee [x4]

Comments
Welcome to Lyricf comments! Please keep conversations courteous and on-topic. To fosterproductive and respectful conversations, you may see comments from our Community Managers.
Sign up to post
Sort by
Show More Comments
Worship Songs - Various Religions
  • Languages:English, Quechua, Spanish, Polish+19 more, Filipino/Tagalog, German, Swedish, Arabic, Tongan, Romanian, Chinese (Classical Chinese), Tagalog (dialects), Navajo, Icelandic, Chinese (Cantonese), Oromo, Chewa, Hindi, Chinese, Persian, French, Indonesian, Other
  • Genre:Religious
  • Wiki:https://en.wikipedia.org/wiki/Contemporary_worship_music
Worship Songs - Various Religions
Latest update
Copyright 2023-2024 - www.lyricf.com All Rights Reserved